2 Chronicles 34:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle beese Mana Waaqa keesati olkayani fuune, harka worra huji hojatufi worra worra hojachiisuleti kennine.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Birrii mana woyyuu keessa jirullee fuunee hojjattootaa fi namoota isaan tooyatanitti kennineerra.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan beesee Galma Mootii Waan Maraa keessaa fuudhanee itti gaafatantootaa fi hojjatootatti kennaneeran» jedhe.