2 Chronicles 34:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan AABBO Waaqi fed'u tolche, faanuma akhaakhu isaa Daudi, ka diqole iraa ingorini, bahe seera Waaqa ch'ufa jabeese guute.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni Rabbiin afo'otti waan qajeelaa hojjate; akkuma Daawitii abbaa ufii waan mishaa hojjate; innillee seera isaa hordofe; bita'aa fi mirgallee hin jenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yosiyaas Mootii Waan Maraa duratti waan sirrii te'e huje; inni karaa abbaa abbootii ifii ta durii ka Daawitii middaa fi bitaa adoo irraa hin gorin mara hordofe.