2 Chronicles 34:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Beena, naafi gumi lafa Israelitiifi ta Yuda keesati haftule AABBO Waaqa wo, nu gaafad'a, waan kitaaba kana keesati t'aafani hubad'a. AABBO Waaqi yayu nuti dallane, maro ababooti teenna dubbi AABBO Waaqa ch'aqasu didde, waan kitaaba kana keesati t'aafani gula yau lakifteefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Abbootiin teenna seera kitaaba kana keessatti barreeffame akka eegan Rabbi isaanii kenninaan isaan garuu waan eeguu didaniif lolli Rabbii ka nu irra jiru waan guddaa ta'eef deema'aa waan kitaaba argamee kana waan kiyya, waan banii biyya Yihuuda'aatii fi waan banii biyya Israa'elii ka hafaniifillee Rabbiin gaafadhaa'a» jedhee isaan ajaje.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Dhaqa'aatii, waan kiyya, waan worra Yihuda'aa fi Israa'el keessatti baraaree hafee waan Kitaaba Seeraa ka dhaggame kana keessatti barreeffamee Mootii Waan Maraa gaafadha'a; abbootiin teenna ta durii jecha Mootii Waan Maraa waan hin eegatiniif, waan kitaaba Seeraa kana keessatti barreeffameefille waan hin ajajaminiif, mufiin Mootii Waan Maraa nu irratti dhangalaateerti» jedhe.