2 Chronicles 34:24 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'u, Anini Yerusalemufi nama isii ch'ufa, abaarsa kitaaba hayyuu soomani keesati t'aafanini gaargalcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dubbiin sunillee ka akkana jedhu «Ani Rabbi abaarsa waan mootii Yihuuda'aatiif kitaaba keessatti barreeffameen Yerusaalemii fi banii isi'ii maraa hin adaba.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
‹Kunoo, ani Mootiin Waan Maraa balaa abaarsa kitaaba mootii Yihuda'aa duratti dubbifame keessatti barreeffame mara, addee tanaa fi kolbaa addee tana keessa jiranu irratti hin fida.