2 Chronicles 34:25 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri ya na dide, sorio Waaqa d'ibii baase, akanaani huji sunini na dallansiise, tanaafi dallansuuni sunini ta anini Yerusalemuti dallane deebite naraa ingaltu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Na dhiisanii hujii hamaa hojjata'aa waan na aarsaniiraniif, waaqolee tolfamaa biraatiifillee waan hixaana aarsaniiraniif, hulee kanatti lolli kiyya hin bobaya; hin badulle'e;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan na lakkisanee waaqota dhibi'iif hixaana waan aarsaneef, waan harki isaanii huje maraan tuttuqanee waan na aarsaneef, mufiin tiyya ta addee tana irratti dhangalaate hin dhaantu› jedha.