2 Chronicles 34:27 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ch'ubbu iraa deebite, na durati ufi diqeesite, woya tante tatarsaafte boote, gaafa atini aka anini Yerusalemufi nama isii ch'ufa imballeesa jed'e sodaachise d'ageete. Anini kad'acha tante yayu d'agaye,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
‹Dubbii dhageetteen garaan kee laafee afo'oo kiyyatti waan gad uf deebifteef hulee kanaa fi bakka jireennaatitti dubbii kiyya dhageettee gad uf deebifteerta; uffata kee biinxitee na afo'otti waan bootteef ani Rabbi booyicha kee dhagayeera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
‹Addee tanaa fi kolbaa addee tana keessa jirtu irratti jecha dubbatame yennaa dhageette, gadhaan keeti tuqamee, ifi gad qaddee, woyaa teetii tarsaattee, ana Mootii Waan Maraa duratti waan bootteef, anille si'iif dhage'eera.