2 Chronicles 34:28 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
tanaafi haga atini dootuti anini Yerusalemu gaargalche woma intolchu. Atini ato nagayi jiru doota. Duuba jari deebie d'aamsa kana hayyu Yosiati hime.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati haga lubbu'uun jirtu ani Yerusaalemiin hin adabu; atillee nagayaan akka duutu si godha› » jedha'aa itti himaa'a. Namoonnillee ergaa kana qabatanii gara mooticha Iyyoosiyaasii deebi'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kunoo, ati duutee abbootii teeti ta durii biratti nageyaan akka awwaalantu hin godha; addee tanaa fi kolbaa addee tana keessa jirtu irratti balaa ani fidu mara ilti teeti hin dhaggitu› jedha» jette; worri ergamane sunille deebi'anee deebii isiin kennite mara mootichatti himane.