2 Chronicles 34:30 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
qaaloleefi worra Lawitifi ammalle nama d'ibi dureesafi hiyyeesale wolti yaame, jennaani worri ch'ufti kae woliini yae gara Mana Waaqa d'aqe. Duuba hayyuuni gumi ch'ufa dura eje, lalabe, kitaaba wold'aqisa, ka Mana Waaqa keesati argani kaani, soomeefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi, namoonni biyya Yihuuda'aa, worri Yerusaalemiin keessa jiranii fi baniin maruu didiqqaanii fi gugurdaanillee gara mana woyyuu Rabbii yaa'an; achitti kitaaba dubbii waada'aa ka mana woyyuu Rabbii keessatti argame isaanii dubbise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
kolbaa Yihuda'aa, kolbaa Yerusaalem keessa leetu, hayyootaa fi Lewwoota mara, kolbaa mara diqqa'aa fi guddaa woliin gara Galma Mootii Waan Maraa ol baye. Inni jecha Kitaaba Gondooro'oo ka Galma Mootii Waan Maraa keessatti dhaggamee san mara kolba'aaf dubbise;