2 Chronicles 34:32 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni nama gosa Benjaminitifi nama Yerusalemu keesa jiru ch'ufa, aka worri wold'aqisa suni guutu, kakhachiise. Duuba akanaani worri Yerusalemu wold'aqisa Waaqa ababoota isaani woliini tolfatani suni guute.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra Yerusaalemiitii fi biyya Biiniyaamii keessa jiran maraa isaan kakachiise; baniin Yerusaalemiin keessa jiraatan maruu akkuma dubbiin waadaa Rabbii isaan ajaje godhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba namooti Yerusaalemii fi lafa Beniyaaminii keessaa dhufane marti Gondooroo tanatti akka wolii galanu godhe; namooti Yerusaalemii akkuma Waaqi abbootii isaanii ta durii isaan ajajetti Gondooroo tana muummessane.