2 Chronicles 34:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ganna kud'ani saddeeteeso ka inni lafa mohate, eegi inni lafafi Mana Waaqale qulqulleese, inni Shafani, ilma Azaliatifi namicha gudda dira Yerusalemu ka Masseya jed'anifi, Yoa, ilma Yohaazi, ka hayyu wo t'aafu, erge, Beena, Mana AABBO Waaqa fulla ch'ach'abt'e mid'aasa jed'eeni.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyoosiyaas mooyee woggaa kudha saddeetesso'ootitti biyyatti'ii fi mana Rabbii haga woyyoomseen maayessa mana Rabbii haa haarawoomsani'iif Saafaanii ilma Ezeeliyaasii, Maa'iseeyaa bulchaa qachatti'iitii fi Iyyoo'aakii ilma Iyyoo'akaazii erge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yosiyaas mootii te'ee woggaa kudhanii saddeetesso'ootitti, biyyaa fi Galma qulqulleesseen duuba, Galma Mootii Waan Maraa ka Waaqa isaa deebisanee akka haaressanu ilma Azaaliya'aa Shaafaan, ilma bulchaa qacha'aa Ma'aseya'aa fi ilma Yo'aahaazii barreessa'aa Yo'aak erge.