2 Chronicles 35:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi ree Pasaka suni gogoraani, worri Lawi qaqale, qaaloleeni d'iiga isii fuute, waan sorio irati baasani kaaniti fifit'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gogaa korbeeyyii hoolotaatii fi ka re'iinii ka ayyaana faasika'aatiif qalame worra Leewwotaatitu irraa kaase; worri gadootaa garuu dhiiga san hulee ciinca'aatitti facaasan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hooloti Jila Irra Dabaramaa gorra'amanee, Lewwooti gogaa irraa baasiisatti adoo jiranuu, hayyooti dhiiga hoolotaa ka fuudhane san fiffixxe.