2 Chronicles 35:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani hori gubani sorio baasani, worra-worraani gumi qoodani, aka worri, aada kitaaba Musa keesati t'aafani gula, hori suni AABBO Waaqaa baasu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma kitaaba seera Muuse'ee keessatti barreeffame akka Rabbiif dhiyeessanii fi akka maatii ijoollee banii abboota ufiitii kennaniif ciincaa ciincawu addaan baasan; sangootallee akkasuma addaan baasan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma kitaaba Muuse'ee keessatti barreeffametti, kennansa gubamu Mootii Waan Maraatiif akka dhikeessanu, akka maatii maatii abbootii isaaniititti kolba'aaf kenniisaaf adda baasane; dardaroota looniille akkasuma godhane.