2 Chronicles 35:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi waan kana ch'ufa hobaasani, worri Lawi qooda ufitifi qooda qaalole ilmaani Haruni d'aabe, wonti akanatiifi qaaloleeni, haga halkaniti asi hori gubani sorio baasanifi gabbinna gubani sorio baasani gubde hafuura baafaachu dad'abe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa worri Leewwotaa ufii fi gadoota fiixaa Aaroonii ta'aniif ciincaa ayyaana faasika'aa qopheessan; wonti waan kana qopheessaniif worri gadootaa ciincaa ciincawuu fi cooma ciincawu maraa halkan guutuu waan ciincessa'aa bulaniif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Duubarra ifiif, hayyootaafille qopheessane; hayyooti sanyii Aaronii kennansa gubamuu fi cooma ciinceffamu haga galgalaatitti dhikeessaa waan turanuuf, Lewwooti ifii fi hayyoota sanyii Aaroniitiif kennansa Jila Irra dabaramaa qopheessane.