2 Chronicles 35:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba, akuma hayyuuni Yosiani jed'e, waan kana ch'ufa maro kad'acha AABBO Waaqatifi huji jila Pasakatiifi hori gubani sorio waan mesa fakaata irati baasanifi guyya suni tolchani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma ajaja mooticha Iyyoosiyaasiititti ciincaa hulee ciinca'aa irratti Rabbiif dhiyaatu haa dhiyeessani'iif ayyaana faasika'aallee akka ayyaanteeffataniif, wonti Rabbiif hojjatan maruu guyyama san qophaaye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Jila Irra Dabaramaa jilifatiisaan, kennansa gubamu addee ciinca'aa irratti Mootii Waan Maraatiif dhikeessiisaan, akkuma mootichi Yosiyaas ajajetti hujiin Mootii Waan Maraa marti guyyuma san muummotte.