2 Chronicles 35:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyooti duri lafa jirtu taka jila akasi suni, ta hayyu Yosiafi qaaloleefi worra Lawitifi worra Yudatifi ka Israelitiifi ka Yerusalemuleeni tolfate, intolfanne. Jila suni
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bara Saamu'eelii raattichaa irraa jalqabee ayyaanni faasika'aa ka akkanaa kun biyya Israa'elii keessatti sirima ayyaanteffamee hin beeku; ayyaana akka ayyaana baniin Israa'eliitii fi baniin biyya Yihuuda'aa ka achi jiran ayyaanteeffatan caalaa ka ayyaana akkanaa kana ayyaanteeffate hin jiru.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bara Saamu'elii raagichaatii jalqabanee Israa'el keessatti jila Irra Dabaramaa ta akka kanaa jilifantee hin beekanu; mootota Israa'elii keessa mootichi Yosiyaas hayyoota, Lewwoota, Yihudootaa fi Israa'eloota mara, kolbaa Yerusaalemii worra addee sanitti dhaggamane woliin Jila Irra Dabaramaa ta akka kanaa jilifatanee hin beekanu.