2 Chronicles 35:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni huji qaaloleeni Mana Waaqa keesati hojattu iti kenne, huji tana aka dansaa guuta jed'eeni.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi hujii worri gadootaa hojjatan ramadee hujii mana woyyuu keessatti hojjatan irratti isaan jajjabeesse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni Galma Mootii Waan Maraa keessa akka tajaajilanuuf hayyoota jajjabeessee, hujii hujii isaaniititti isaan ramade.