2 Chronicles 35:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi Yosiani waan kana ch'ufa Mana Waaqati tolche, hayyuuni Misiri, ka Neko jed'ani, duula d'ufe dira d'aatu galaana Efrati, ka Karkemeshi jed'aniini bahe. Yosiani fuula keesa deeme had'u fed'e,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi Iyyoosiyaas haga mana woyyuu haarawoomseen maayessa mootiin biyya Misirii Nikaa'uun Karkamishii laga Efraaxisii bira jiru biratti isaan wol lolu'uuf baye; mootichi Iyyoosiyaasillee isaan wol lolu'uuf baye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yosiyaas waan kana mara Galma Waaqaatiif hujeen duuba, mootiin Gibxi'ii Nekoon qachaa Karkemiishii ka laga Efraaxiisii biraatitti isa loliisaaf duule; Yosiyaasille isa loliisaaf baye.