2 Chronicles 35:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Yosiani iraa deebiu dide, waan Waaqi afaani hayyu Nekotini isani jed'e ch'aqasu dide, woya jijirate, diida Megido keesati isaa had'u d'aqe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyoosiyaas garuu isaan wol lolu'uuf murteeffate, waan Rabbi mooticha Nikaa'uu irraan dubbate dhagawuu hin feene; uffata mootumma'aa jijjiiratee nama biraa fakkaatee dhooqa Magido'ootitti isaan wol lolu'uuf dhaqe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yosiyaas ammoo nama dhibii fakkaatee isa loliisaaf baye malee duubatti hin deebine; dirree Megidootitti isa loliisaaf dhaqe malee waan ajaja Waaqaatiin Nekoon isatti hime hin caqanne.