2 Chronicles 35:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato woli had'anu, t'iyiti worra Misiri hayyu Yosia woraante. Jennaani inni waan hojattu isatini jed'e, Armaa na fuud'a, ya aka hama na madeesani!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri ebo'oon lolan mooticha Iyyoosiyaasiin woraannaan inni worra isa woliin jiruun, «Ani guddisee woraannamee madaayeeraa lola keessaa na baasaa'a!» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri guube'een lolu daayaan mooticha Yosiyaas woraane; innille tajaajiltoota ifiitiin, «Ani akka malee madoweera, na fuudha'aa deema'a» jedhe.