2 Chronicles 35:25 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Raagi Yeremiaa jed'ani faarse isaa bohe arti asi sirbituni Israeli, d'iirafi nad'eenileeni, hojja isaa bootu faaru tanani bootifi. Faaruni sunini kitaaba Boha keesa jirti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ermiyaas raattichi hoolemanchoo fideef; faarfattoonni dhiiraatii fi ta intalaa wolaloo booyaa irratti haga adhaa waan mooticha Iyyoosiyaasii dubbatan; wonti kun aadaa biyya Israa'elii keessatti wolaloo booyaa keessatti barreeffameera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ermiyaasille faaruu gaddaa Yosiyaasiif baase; haga adhaalle faarfattooti dhiiraatii fi dubartootaa marti faaruu gaddaa ta ifii keessatti waan Yosiyaasii dubbatan. Wonni kun Israa'el keessatti akka seerataa teetee kitaabota wolaloo gaddaa keessatti barreeffanteerti.