2 Chronicles 35:26 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan Yosiani tolche ch'ufa — waan dansa inni AABBO Waaqa tolcheefi seera inni guuteefi
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti mootichi Iyyoosiyaas hojjate, jaalalli inni Rabbiif qabu, akki inni seera Rabbiitiif ajajamu,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma seera Mootii Waan Maraa keessatti barreeffametti wonni dhibiin ta mootichi Yosiyaas hujee fi hujiin isaa ta jaalala bara baraa,