2 Chronicles 35:27 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
odu isaa haguma geetunu — kitaaba Odu Hayyoota Israelitiifi ta Yuda keesati t'aafaniti t'aafani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
seenaan isaa ka jalqaba irraa haga dhumaa jiru maruu seenaa kitaaba mootota biyya Israa'eliitii fi ka biyya Yihuuda'aa keessatti barreeffameera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
hujiin isaa jalqabaa kaasee haga dhumaatitti kitaaba dabarsii mootota Israa'eliitii fi Yihuda'aa keessatti barreefanteerti.