2 Chronicles 35:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mana Waaqa keesa balbala balbalaani woli qooda, huji duri hayyu Daudifi ilmi isaa Solomonini isanii kenne gula hojad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkaatama ajaja mootichi Daawitii fi ilmi isaa mootichi Solomoon isinii kennaniititti mana woyyuu keessatti tajaajilu'uuf hule hulee keessan qabadhaa'a;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma seera mootiin Israa'elii Daawitii fi ilmi isaa Solomoon barreessiisaan seera isinii dhaabanetti, akka maatii maatii abbootii teessaniititti kutaa kuta'aan tajaajilaaf qophowa'a.