2 Chronicles 35:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ilmoole hoola ta jila Pasaka qaqala, ufi qulqulleesa, waan sorio kurfeesa, aka oboleyaani teesani ta Israeli dubbi AABBO Waaqi Musani jed'e gula yaatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin keessan baniin Israa'elii ajaja Rabbi karaa Muuse'eetiin kenne akka uf eegganno'oon hojjattan uf qulqulleessa'aatii hoolota faasika'aa qalaa'a» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ifi woyyoonsa'aatii hoolee Jila Irra Dabaramaa qala'a; akkuma Mootiin Waan Maraa karaa Muuse'eetiin ajaje, hoolee qalame san fira keessan kolbaa Israa'eliitiif qopheessa'a» jedhe.