2 Chronicles 35:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani hayyu Yosiani hori isaa keesa ree kuma sodomatifi koromi looni ta kuma sadi biyyaa baase, Jila Pasakatini tolfad'a jed'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi Iyyoosiyaas horii ufii keessaa waan ayyaana faasika'aatiif ta'u korbeeyyii hoolotaatii fi korbeeyyii re'iinii kuma soddomaa fi mirgoolee kuma sadihii kenne; kanniin maraa waan ufii qabu keessaa kenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Yosiyaasiin mootichi Jila Irra Dabaramaatiif, loon ifii irraa, tika hoole'ee fi re'ee ifii irraa buruusoo korbeeyyii hoole'eetii fi supheelee re'e'ee kuma soddoma, dardaroota kuma sad kolbaa achitti wolitti qabante san maraaf kenne.