2 Chronicles 35:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Lawi gugurdaani — Konania, Shemayafi oboleesa isaa Nethaneli, Hashabia, Yeieli, Yozabadi — ree kuma Shanitifi koromi looni d'ibba shani worra isaani ka Lawiti kenne, jila Pasakatini tolfad'a jed'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bulchoonni worra Leewwotaa Konaaniyaa'a, obboleewwan isaaniillee Shamaayaanii fi Naatinaa'eel, Hashaabiyaan, Yi'i'eelii fi Yoozaabaati hoolotaa fi re'iin ciincaa ayyaana faasika'aatiif ta'u kuma shanii fi sangoota dhibba shanii worra Leewwotaatii kennan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qondaaltoti Lewwootaa Konaaniya'aa fi obboleeyyan isaa Shemaa'iyaa fi Nataani'el, akkasuma Hashabiiyaan, Yeyi'elii fi Yozaabaad kennansa Jila Irra Dabaramaatiif hoole'ee fi re'ee'e kuma shan, loon dhibba shan Lewwootaaf kennane.