2 Chronicles 36:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Yuda Yoahazi, ilma Yosia, fohate muude, Yerusalemu keesa hayyu tolfate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin biyya Yihuuda'aa Iyyoo'aakisii ilma Iyyoosiyaasii bikka abbaa isaa Yerusaalemitti isa moosisan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan Yihuda'aa ilma Yosiyaasii Yeho'ahaaz fuudhanee addee abbaa isaatitti Yerusaalem keessatti mootii godhane.