2 Chronicles 36:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ganni roobe jennaani hayyu Nebukadrezani Yekonia boojie, Babilonitini gale, miha Mana Waaqale ch'ufa boojie, abbuya Yekonia, ka Zedekia jed'ani, hayyu Yudatifi ka Yerusalemu tolche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa jiini badheessaa gayu Nabukadanatsoor nama itti ergee gara biyya Baabiloonii isa fide; meeshaa woyyuu mana Rabbii keessa jirullee hin fudhachiise, obboleessa ufii Sedeqiyaasiin biyya Yihuuda'aatii fi biyya Yerusaalemii irratti moosise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Woggaa keessa ji'a furmaataa Nebukadnezaariin mootichi namoota ergee, meya Galma Mootii Waan Maraa ka gatii guddo'oo woliin gara Baabilonii isa geesse. Achiin duuba obboleessa isaa ka abbaa diqqaa Zedeqiiya'aa biyya Yihuda'aatii fi Yerusaalem irratti mootii godhe.