2 Chronicles 36:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Zedekiani hayyu Nebukadreza, ka irreeni maqa Waaqatini aka inni isa jalati bulu isa kakhachiiseti garagale dubbi isaa dide. Ammalle inni mata jabaate, ch'ubbu iraa deebiu dide, AABBO Waaqa Israelileti deebiu dide.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi Sedeqiyaas armaan dura mooticha Nabukadanatsoor akka inni isaa amanamaa ta'uuf kakachiisee isa moosise irratti ka'e gaabbee aagii galee gara Rabbii Waaqa Israa'elii deebi'uu dide.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nebukadnezaarii mooticha maqaa Waaqaatiin isa kakachiise irratti finqila kaase. Inni ajajamuu didee, gadhaa jabaate malee gara Mootii Waan Maraa Waaqa Israa'elii hin deebine.