2 Chronicles 36:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle jaarole Yudatifi qaaloleefi gumiini ch'ufti faana gosa d'aatu jirtu gula yaate, akheekha waaqa d'ara kad'ate, akanaani Mana Waaqa, ka AABBO Waaqi qulqulleese, t'ureesani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkasuma bulchoonni gadootaatii fi baniin maruu yakka ormi baay'een hojjatan hojjatanii mana woyyuu Rabbii ka Yerusaalemiin keessa jiru batteessan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Itti dabalanee qondaaltoti hayyootaatii fi kolba'aa ka hin addatanne te'anee aadaa diqachiittuu gosa biyya adda addaa hordofanee, Galma Mootii Waan Maraa ka inni Yerusaalem keessatti woyyoonfate batteessane.