2 Chronicles 36:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO, Waaqi ababoota worra, maro heddu raagoota gumi isaa gorsitu, iti erge, wonti akanatiifi inni gumi sunifi Mana Waaqale baddi isaanii imfed'u.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Waandhi abboota isaanii bani'ii fi mana woyyuu ufiitiif waan gaddeef raattota ufii ganama ganama isaanitti erga'aa ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, Waaqi abbootii isaanii ta durii, kolbaa ifiitiif, Galma ifiitiifille marartii waan qabuuf, yennaa bacaa raagota ifii gara isaanii ergee, isaan ifi eeggachiiseeraayyu.