2 Chronicles 36:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni Mana Waaqatifi miha isaatiifi waan dansa keesa jira ch'ufafi miha mana hayyutifi hojattu isaale ch'ufa boojie, lafa Babiloniti geese.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi biyya Baabiloonii Nabukadanatsoor mi'a mana Rabbii didiqqa'aa fi gugurdaa, galmee mana woyyuu Rabbii jiruu fi galmee bulchootaatii fi ka moototaa gara biyya Baabiloonii fide.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nebukadnezaar meya Galma Mootii Waan Maraa gugurda'aa fi didiqqaa mara, qabeenna Galma Waaqaa, qabeenna mana mootumma'aatii fi qondaaltota mootichaa mara fudhatee gara Baabilonii geesse.