2 Chronicles 36:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle Mana Waaqatifi dira maneeni isaatiifi waan maneeni suni keesa jira gube, naabo Yerusalemule ch'ach'abse.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mana woyyuu Rabbii hin guban; dallawa Yerusaalemiillee hin diigan; galma isi'iillee ibiddaan guban; meeshaa isi'ii mishaa maraa hin balleessan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan Galma Waaqaa ibiddaan gubanee, dalleya qachaa Yerusaalemiille diiganee, mana mootumma'aa isaa mara ibiddaan gubanee, meya gatii guddo'oo ka isaa mara balleessane.