2 Chronicles 36:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ganni isaa, gaafa inni hayyu Yuda tahe, diddami sadi, ammalle inni Yerusalemu keesa jia sadi lafa mohate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyoo'aakisi hennaa mooyu dargaggeessa woggaa diddamii sadihii ture; Yerusaalemiin keessatti ji'a sadihi bulche.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yeho'ahaaz yennaa mootii te'u nama woggaa diddamii sadii ti; inni Yerusaalem keessa tee'ee ji'a sad bulche.