2 Chronicles 36:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni nama woraana jalaa bahe ch'ufa qaqabe, boojie Babiloni geese, duuba achiti worri suni isaafi d'aloota isaati tisse tahe, haga bara hayyuuni Ajemi finna lafa fud'ate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra guraadee jalaa bayan booji'ee gara biyya Baabiloonii isaan fide; isaan haga mootiin biyya Faaresii mooyuutitti garboota ijoollee isaaniitii fi ka mootichaa ta'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni worra shallaagaa jalaa miliqee hafe booji'ee gara Baabilonii geessee, isaan haga mootummaan worra Faaresii dhaabantetti, tajaajiltoota mootichaatii fi ilmaan isaa te'ane.