2 Chronicles 36:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akanaani wonti AABBO Waaqi duri raaga Yeremiani jed'e ta: Lafti ganna torbatama duwa tate, maro aada Sabato guutu didanifi jettu, guutamte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkaataa kanaan Rabbi tanaan dura karaa raatticha Ermiyaasiitiin «Baniin akkuma Sambata kabajjuu didaniin biyyi sun haga woggaa torbaatamaa ona ta'ee waan hafuuf hara baafata Sambataa argatti. » jedhu dubbiin raagaa raawwatame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkasiin jechi Mootii Waan Maraa ka karaa Ermiyaasii raagichaatiin dubbatame muummowee, woggaa torbaatama haga isaan biyya itti booji'amane keessa le'anu kana mara latti ontee, foora Sanbataa ka woggaa torbaa ka dur dhadde dhaggatte.