2 Chronicles 36:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ganna Koreshini hayyu Ajemi tahe, AABBO Waaqi dubbi duri Yeremiani jed'e guute. Inni herega kana Koreshitini d'ufe jennaani inni qonqo tana t'aafe, qonqo suni lafa inni mohatu ch'ufa lalabani keesati soomani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dubbiin Rabbii ka raattichi Ermiyaas dubbate akka raawwatamuuf Rabbi Qiroosii mootii biyya Faaresii woggaa jalqabaa bulchiinsa isaa keessatti akka labsiin labsamuu fi akka barreeffamu isa kakkaase.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jechi Mootiin Waan Maraa karaa Ermiyaasii raagichaatiin dubbate akka muummowu, mootiin Faaresii Qiiros mootii te'ee woggaa tokkeesso'ootitti, Mootiin Waan Maraa yaadaa isaa kakkaase; tanaaf inni mootummaa ifii mara keessa lassii lassiisee, barreeffamaan baasee,