2 Chronicles 36:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyuuni Misiri ka Neko jed'ani, isa qabe qarsi kilo kuma saditifi d'ibba afuritiifi worqi kilo sodomi afuri worra Yuda baasisise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi biyya Misirii Nikaa'uun Iyyoo'aakisiin hidhee baniin biyya Yihuuda'aa birrii saqilii dhibba tokkoo fi worqii saqilii tokko akka isa gabbaran taasise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba mootiin Gibxi'ii barcumaa mootumma'aa ka Yerusaalem jiru irraa isa buusee, kolbaan Yihuda'aa meetii kiiloogiraama kuma sadii fi dhibba afur, worqii kiiloogiraamii soddomii afur gibira itti mure.