2 Chronicles 36:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nekoni oboleesa Yoahazi, ka Eliakimu jed'ani, hayyu Yuda tolche maqa isale Yehoiakimuti jijire, Yoahazi boojie lafa Misiri geese.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi biyya Misirii obboleessa Iyyoo'aakisii Eeliyaaqee biyya Yihuuda'aatii fi biyya Yerusaalemii irratti moosisee maqaa isaallee Iyyoo'aaqeem jedhee itti baase; Nikaa'uun Iyyoo'aakisii obboleessa isaa gara biyya Misirii fide.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Gibxi'ii Nekoon obboleessa Yeho'ahaazii Eliyaaqim Yerusaalemii fi Yihudaa irratti mootii godhee, maqaa isaalle jijjiiree «Yehoyaaqiim» jedhe. Obboleessa Eliyaaqimii Yeho'ahaaz ammoo gara Gibxi'ii geesse.