2 Chronicles 36:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nebukadrezani miha Mana Waaqa ka gari boojie, mana isaa ka Babilonitini galate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi Nabukadanatsoor mana woyyuu Rabbii keessaa mi'a baay'ee saamee mana mootumma'aa ka biyya Baabiloonii keessa jiru keessa kaaye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nebukadnezaar meya Galma Mootii Waan Maraa garii fuudhee mana mootummaa ifii ka Baabilon keessaa keessa keyate.