2 Chronicles 36:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan Yehoiakimuni tolche ch'ufa, waan hamtu inni taheefi ch'ubbu inni tolchele, kitaaba Odu Hayyoota Israelitiifi Yuda keesati t'aafaniti t'aafani. Ilmi isaa Yekoniani fulla isaa hayyu tahe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti mootichi Iyyoo'aaqeem hojjate, wonti hamaan inni godhe maruu kitaaba seenaa mootota biyya Yihuuda'aatii fi ka biyya Israa'elii keessatti barreeffameera; bikka isaa ilma isaa Yoo'aakinitu mooye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wonni dhibiin ta mootichi Yehoyaaqiim huje, wonni diqachiittuun inni hujee fi wonni hantuun isatti dhufe marti kitaaba dabarsii mootota Israa'eliitii fi mootota Yihuda'aa keessatti barreeffanteerti; ilmi isaa Yehoyaakiin addee isaatitti mootii te'e.