2 Chronicles 36:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yekonia, ganni isaa kud'ani saddeeti gaafa inni hayyu Yuda tahe, ammalle inni Yerusalemu keesa jia sadiifi bulti kud'ani lafa mohate. Innileeni AABBO Waaqa durati ch'ubbu tolche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoo'aakiin hennaa mooyu dargaggeessa woggaa kudha saddeetii ture; Yerusaalemiin keessatti ji'a sadihii fi guyyaa kudhan bulche; innillee Rabbiin afo'otti waan hamaa hojjate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yehoyaakiin yennaa mootii te'e nama woggaa kudhanii saddeetii ti; inni Yerusaalem keessa tee'ee ji'a sadii fi guyyaa kudhan bulche; innille Mootii Waan Maraa duratti waan hantuu huje.