2 Chronicles 4:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyichi waan mesa fakaata, ka sibiila diimani mid'aasani, ka d'eerinnafi ballinni d'und'uma diddama, ka old'eerinni d'und'uma kud'ani mid'aase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi Solomoon hulee ciinca'aa ka dheerinni isaa ciqilee diddamaa, dalgi ciqilee diddamaa, ka ol fageenni isaa ciqilee kudhanii sibiila diimaa irraa hojjate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi Solomoon addee ciinca'aa ta sageettu'uu ta dheerinni isi'ii ciqilee diddamaa, badhinni isi'ii ciqilee diddamaa, hojjaan isi'ii ciqilee kudhanii huje.