2 Chronicles 4:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyichi waan kana ch'ufa bale Yordani keesa, jiddu Sukothifi Sarethani, ta biyye faara qabduti mid'aasa jed'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi Solomoon meeshaa kanniin maraa hulee sibiila diimaa itti bassan ka dhooqa Yoordaanosii ka Suukootiitii fi Xaaredaa jiddu'uutitti hojjachiise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi Solomoon meya kana mara, dhooqa Yordaanosii keessatti addee faara itti dhowanutti Suukootii fi Zaaretaan wodhakka'atti hujisiise.