2 Chronicles 4:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mihi mid'aasani gudda, muumme inqamne, tanaafi nami ulfinna sibiila diima isaani mid'aasani haga beekhu injiru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Meeshaan akkaataa kanaan hojjatame baay'ee waan ta'eef ulfinni sibiila diima'aa ka meeshaa kanniin ittiin hojjatan hagam akka ta'e eennullee hin beeku ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mey mootichi Solomoon hujisiise kun marti hedduu waan te'eef, kiiloon sageettuu sanii hagana jedhamee hin beekkamuuyyu.