2 Chronicles 4:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Solomonini ammalle miha Mana Waaqa ka worqiini mid'aasani mid'aase: Waan sorio irati baasani, mesa qit'a Waaqaa baasani ira kayani;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi Solomoon meeshaa mana woyyuu keessaa hulee ciinca'aa ka worqii irraa hojjatame, gabatee xoroshoo woyyoome irra kaayan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Solomoon meya Galma Waaqaa keessa ittiin tajaajilanu: addee ciinca'aa worqii irraa, xarapheessaa daabboo Waaqa dura dhikaattu irra keyanu,