2 Chronicles 4:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan ifseeni ira ejaanjitufi ifse worqi qulqullooni mid'aasani ta Fulla Fulla Ch'ufa Ira Qulqullo durati bobeetu, akuma mid'aasa jed'ani gula;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
baattuu ibsa'aatii fi waan irra kaayanii ibsan akka seeraan ibsaniif worqii mishaa irraa hojjate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
akkuma seera isaaniif kennametti waan issaa irra keyanu ka worqii qulluu irraa hujamanee fi issaa isaan irra keyamanu ka addee irra caalaa woyyittii duratti ifanu,