2 Chronicles 4:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan ifseeni d'aamfani, qori, waan hit'aana keesati aarsani, daboola ch'ile ibidatini fuud'ani. Miha kana ch'ufa worqi qulqullooni mid'aasani. Balbala Mana Waaqa ta alaatifi balbala Fulla Fulla Ch'ufa Ira Qulqulloole worqiini ch'okhani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qadhabaa, keree, mooqqa'aa fi mi'a ibidda irratti bobeessan worqii mishaa irraa hojjate; mana keessa balbala woyyittii woyyootaatii fi balbala mana woyyu'uullee worqi'iin hojjate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
qaraphaa issaa ittiin dhaanfanu, qorii dhiiga fiffixanu qabattu, girgiraa hixaanaa, bassoo daadhaa ittiin haranuu worqii qulluu irraa hujisiise. Balbalooti keessaa ta Addee Irra Caalaa Woyyitti'iitii fi balbalooti Galma Waaqaa ta gara kutaa guddo'oo seenanu worqii qulluu irraa hujamaneeran.