2 Chronicles 4:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Afaani haro suni, ka ala woini wolgubbati ch'ororsani barreesani. Woni barreesanini sunini waan aka akheekha koromi jira, ta isiifi haro suni sibiila taka iraa tumani mid'aasani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Naannaya qaccee gongaa bisaanii gama lamaaniinuu hin bareechisan; wonti gongaa bisaanii kana midhaassaniin akkaataa fakii qotile'eetiin hojjatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Xiyyoo afaan waaba'aa jalatti fakkiin korommi'iin naanneffamanee hujamaneeran; waabaa bisaanii san irratti ciqilee tokko tokko irratti fakkiin korommi'ii kudhan kudhaniin tarree lamaan waabaa san woliin wolitti baqisiifamanee hujamaneeran.