2 Chronicles 4:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Furdinni sibiila haro sunini mid'aasani haguma ballinna gana harka namaati, afaani isiileeni aka daraara hooma qoqonyatani. Harooni suni bisaani d'ebbe haga kuma sadii fa fuuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
yabbinni gongaa bisaanii taakkuu tokko yoo ta'u; dimdimaanni isaa akka daraaraa abaabo'ooti; waabaan sunniin bisaan liitira kuma jahaatamaa qabata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Furdinni waaba'aa haga badhinna barruu harkaa, xiyyoon afaan isaa akka afaan sini'ii gara duubaa garagalee hujamee daraaraa suufi'ii fakkaata; waabaan sun litirii kuma jaatama qabata.